Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibolaan Kongoo Gama Bahaa Keessatti Argamee Jira


Faayilii: Eboolaa Koongoo keessaa bara 2018.
Faayilii: Eboolaa Koongoo keessaa bara 2018.

Ripaablikii Deemokraatawaa Kongoo gama bahaa mgaalaa Benii keessatti vaayrasiin Iboolaa haaraan argamuun isaa dhaabatii qorannoo biyooleessaa ka biyyatti wiixata har’a beeksisee jira.

Qorannaan gaggeeffamees vaayrasichi weerara bara 2018 hanga 2020 giddutti kutaa Kivuu kaabaa tureetti hidhata qaba. Yeroo sana nama 2300 ta’an ajjeesee jedha ibsii dhaabticha irraa ba’e.

Vaayrasiin Ibolaa yeroo tokko tokko ija , waaltaa caasaa Narvii qaamaa fi dhangala’aa qaama nama dhukkubsatee fayyee keessaa yeroo dheeraaf turuun waggoota booda deebi’ee ka’u danda’aa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG