Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-falmiin Abbummaa Tigiraay Lixaa Marii Araaraa Keessatti Dhimma Rakkkisaa Tahuu Mala, Jedhame


Wal-falmiin Abbummaa Tigiraay Lixaa Marii Araaraa Keessatti Dhimma Rakkkisaa Tahuu Mala, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:13 0:00

Wal-falmiin Abbummaa Tigiraay Lixaa Marii Araaraa Keessatti Dhimma Rakkkisaa Tahuu Mala, Jedhame

Wal-waraansa gara waggoota lamaa Kaaba Itiyoophiyaatti geggeessame marii araaraan furuuf carraaqqii godhamaa jiru keessatti wal-falmiin abbummaa lafaa naannoo Tigiraay Lixaa dhimma rakkisaa ta’uuf deema, jedhamee yaadama. Naannoon sun yeroo ammaa to’annoo humnoota gama mootummaa federaalaa jala jira. Humnoonni Tigiraay ammmoo mariin araaraa sun fuul-dura deemuu dura, naannoon sun Tigiraayiif deebi’uu qaba, jedhu.

Sagalee Ameerikaa irraa Henrii Wilkinsi naannoo sana deemuudhaan gabaasaa qindeesse caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG