Xurree ittiin seenan

Breaking News

Binishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Kuma 221 Caalan Qehee Isaaniitti Deebifaman, Jedha Mootummaan

Binishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Kuma 221 Caalan Qehee Isaaniitti Deebifaman, Jedha Mootummaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:16 0:00

Binishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Kuma 221 Caalan Qehee Isaaniitti Deebifaman, Jedha Mootummaan

Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti, buqqaatota kuma 475 tahan keessaa kanneen kuma 221 ol tahan gara qe'ee isaaniitti deebisamuu mootummaan naannichaa beeksisee jira.

Barattootni sababaa dhabamuu nageenyaan barnoota isaanii addaan kutanii turan kanneen kuma 112 ol tahan dabalatee barattootni kuma 300 ol bara dhufu barnoota isaanii akka hordofan karoorfamee hojjatamaa jira," jedha Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz.

Forum

XS
SM
MD
LG