Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawaan Paartii Baaytonaa Mana Murtii Duratti Dhiyeeffaman


Kibrom Berhe
Kibrom Berhe

Paartii Baaytonaa Tigraay keessatti hogganaa waajiira hariiroo alaa kan ta’an Kibroom Barhee irratti himannaa dhiyeeteef polisiin ragaa dhiyeessuu gakka danda’uutti manni murtii Finfinnee keessaa guyyaa dabalataa 14 kenneefii jira.

Obbo Kibroom irratti Polisiin himannaan dhiyeesse kan mootumaan shoroorkeessaa dha ittiin jedhe Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT)f maallaqa walitti qabaa akkasumas, hokkara kakaasuuf jecha gama sabaa himaa hawaasaan dhaamsa mufannaa ykn hokkara kakaasuu maxxansaa kan jedhu ta’u Gabra Mikaa’eel Gabra Madiin gabaasee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG