Bulchiinsa naannoo Tigraay keessatti gargaarsi kennauu maqsamee kanneen duula waraanaa gaggeessaniif akka hin olfamne gochuuf haalli mijachuu qaba, jedha mootummaan Itiyoophiyaa ibsa baaseen. Mootummaan Fedderaalaa kan Itiyoophiyaa fi ABUT gargaarsi akka Tigraay hin seenne situ danqee jechuun walii isaanii himataa turan. Gama biraan Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti walitti bu’insi itti fufuu irraa kan ka’e, uummata magaala Qobboo irraa godaanee kuma hedduuf dahannaa yeroo qopheessaa kan jiran ta’u bulchaan goodina Walloo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiru.
Ibsa Oduuwwan Har’aa Haala Itiyoophiyaa Kaabaa keessaatti Fuuleffatan
- VOA
Forum