Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaan WBO’n Baatii Amajjii Keessa Gambeellaatti Geggeesse Waraansa Dabalataa Uumuu Mala, Sodaa Jedhu Uume  

Haleellaan WBO’n Baatii Amajjii Keessa Gambeellaatti Geggeesse Waraansa Dabalataa Uumuu Mala, Sodaa Jedhu Uume  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:35 0:00

Haleellaan WBO’n Baatii Amajjii Keessa Gambeellaatti Geggeesse Waraansa Dabalataa Uumuu Mala, Sodaa Jedhu Uume  

Ityoophiyaa naannoo Gaambeellaatti, haleellaan baatii Waxabajjii keesa finciltootaa, Waraana Bilisummaa Oromoon geggeessame, wal waraansa dabalataa biyyattii keessatti babal’isuu mala sodaa jedhu uumeera. Odu gabaasaan VOA Heenrii Wiilkins jeequmsa kana duuba maaltu akka jiruu fi nageenya Itoophiyaaf maal jechuu akka ta’e angawoota naannoo fi xiinxaltoota dubbisuun kan gabaase Jalanetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG