Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaalala Waraana Keessatti Dhalatee Guddate  


Jaalala Waraana Keessatti Dhalatee Guddate
please wait

No media source currently available

0:00 0:25:17 0:00

Jaalala Waraana Keessatti Dhalatee Guddate

Bara mootummaa Dargii waraansa Ertiraa keessatti riphxee-loltootaa Ertiraa fi loltoota mootummaa gidduutti taasisamaa ture keessatti kan Wallagga Bahaa, Giddaa Ayyaanaa irraa deeman Obbo Maammoo Hafataa gama waraana Itiyoophiyaatii, aadde Hiwoot Tasfaay immoo gama riphxeeloltoota Ertiraa tii lolichatti hirmaataa turan. Lolicha irratti Obbo Maammoon ni booji’aman. Booda immoo gama riphxee-loltoota goranii loluu jalqaban. Aadde Hiwoot Tasfaay wajjiinis wal jaallatan. Seenaa bu’aa ba’ii jaalala isaanii, ofii Sagalee Ameerikaatti himan daawwadhaa. GabreMikaa’el GabreMedihin tu lameenuu dubbise.

Forum

XS
SM
MD
LG