Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Walloo Kaabaa Irraa Buqqa’an Gargaarsa Argataa Hin Jirru Jedhu


Naannoo magaalaa Qobboo
Naannoo magaalaa Qobboo

Kaaba Itiyoophiyaa keessatti dubbiif wal barbaachuun deebi’ee eegaluutti aansee, buqqaatotni kumaatamaan lakkaawaman magaala Qoboo keessaa baqatan gargaarsa namoomaa baay’ee barbaachisu argachaa akka hin jirre jiraattonni VOAtti himaniiru.

Namoonni buqqa’an irra caalaan isaanii amma yeroof manneen barnootaa Aanaa Mersaa godinaWollo Kaabaa afur keessa dahatanii akka argatan VOAtti himaniiru.

Bulchiinsi godina Walloo Kaabaa VOAtti akka himanitti, lolli sun erga jalqabame qabee namoonni kuma 150 ol ta’an Qoboo fi naannoo Raayyaa irraa buqqa’aniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:52 0:00
More
XS
SM
MD
LG