Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABUT Namoota Mooraa Namoonni Keessa Buuftan Haleelee:Angawaa 


FAAYILII - Naannoo Amaaraa magaala Dasee
FAAYILII - Naannoo Amaaraa magaala Dasee

Hidhattonni Tigraay godiina Waag Himraa buufata Walah jedhamu keessa namoota buufatan irratti haleella geesiseen namoota 26 ajjeesuu isaa, bulchiinsii godinaa beeksisee jira.

Bulchiinsa kanaaf itti gaafatamaa dhimmi koomunikeeshinii kan ta’an Obbo Keefyaaleew Debesha VOAf akka ibsanti haleellaa Kanaan kan mada’an namoonni ka biroon 7 hospitaala Saqooxaa keessaatti wal’anamaa jiru. Haleellaa kana ilaalchisee TPLF biraa deebiin kallattiin kenname jiraachuu baatus, himannaa wal fakkaataa duraan dhiyaataa turanis soba jechaa akka ture ni yaadatama.Dubbii himaan ABUT Geetaachoo Raddaa torban kana oduu gabaastotaaf ibsa kennaniin, hidhattonni keenya uummata irratti hin qiyaafatan akkasumas, hidhattoota boji’aman illee ituu hin hafiin karaa seera ta’een qabu jechuu isaanii Asteer Misgaanaaw Baahi Daar irraa gabaastee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG