Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootiin Briteen Haaraan Haasawaa Dhageesisuuf Jiru


Mootiin Briteen Haaraan Haasawaa Dhageesisuuf Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:07 0:00

Mootiin Briteen Haaraan Haasawaa Dhageesisuuf Jiru

Mootittiin Briteen Elizaabet lammaffaan Kamiisa kaleessaa du’aan eega boqotanii booda ilmii isaanii Chaarlas sadaffaan, mootii ta’uun har’a gara magaalaa Londoon dhufuuf jiru.

Umriin isaanii 73 kan ta’e Chaarles Jimaata har’a uummata gadda keessa jiru kan biyya isaaniif haasawaa isa jalqabaa akka hogganaa biyyatti dhageesisuu jedhamee kan eegamu yoo ta’u, har’uma kan haaraa mummitti ministeeraa ta’uun filaman Liz Traas waliin masaraa Baakingham keessatti mul’achuuf jiru.

Du’uu mootittiin Elizaabet Lamaffaan gaddaa kan jiru Waayit Hawuus, mootittii waggoota dheeraaf teessoo isaanii irra turanii fi nama Amerikaa fi Yunaaytid Kingdam giddutti hariiroon jabaa akka jiraatu qooda qabaachaa turan jedhee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG