Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootiin Briteen Haaraan Paarlaamaa Biyyattif Haasawaa Dhageesisan


Mootiin Briteen haaraan Chaarlas mana maree paarlaamaa lamaaniif haasawaa dhageesisan, Fulbaana 12, 2022
Mootiin Briteen haaraan Chaarlas mana maree paarlaamaa lamaaniif haasawaa dhageesisan, Fulbaana 12, 2022

Mootiin Briteen haaraan Chaarlas mana maree paarlaamaa lamaaniif har’a yeroo duraaf haasawaa dhageesisanii jiru.

Seera tumtoota kuma tokko ta’anii fi keessummoota galma paarlaamaa biyyatti kan weest ministar jedhamu keessatti argamaniif haasawaa kan dhageesisan yoo ta’u, kunis paarlaamaan du’an boqochuu mootittii Elizabeet ilaalchisee gadda itti dhga’ame eega ibsee booda.

Mootii Charles fi haatii warraa isaanii Kamaalaan, har’a magaala Landan irraa gara Idinbraah imaluun mootiin chaarles obboloota isaanii waliin eega wal arganii booda,reeffii harmee isaanii bakka amma jiru irraa kaateedraala biraa bakka masaraa mootii skootlaand tti geeffama.

Achittis uummanni dhaqee kabajaa qabu ibsa jedhamee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG