Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hongeen Itiyoophiyaa Mudate  Uummata Miiliyoona  16 Eeggataa Gargaarsaa Taasisuu Gareen Mootummoota Gamtoomanii Dubbate


OCHA
OCHA

Dhaabbata mootummootaa gamtoomaniitti gareen qindeesa gargaarsa namoomaa OCHAN akka ibsetti, amma dhuma bara kanaatti lammileen Itiyoophiyaa Miiliyoonii 16 ta’an sababa hongeetiin kan ka’e gargaarisi namoomaa akka isaan barbaachisu ibsee jira.

Qonnaan bultoonii omishinni midhaanii jalaa manca’uu isaa kan ibsee gabaasinii OCHA dhuma barra 2021 ti kaasee amma walakkeessa bara 2022 ti beelladoonii horsiisee bultootaa fi qonnaan bultootaa Miiliyoonii 3.5 ta’an du’uu isaanii beeksiseera.

Beelladootaa du’anii allatiis warren lubbuudhaan jira miiliyonii 25 ta’an dadhabaa jiraachuu isaanii gabaasnii OCHA ibsuu isaa Yoonaatan Zebdiyoos gabaasee jira. Ogeessotaa ibsaa OCHA kana irratti hirmaatan keessaa kan VOAn Haasofsiise took akka jedhanitti, amma ammaatti balaa hongee Kanaan beelladoonni du’an birii Biiliyoonii 40 kan baasanuu dha.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG