Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Araaraatti Hirmaachuuf Akka Chicha Qaban Ka Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABUT Ibsan Hagam Hiree Milkaa’inaa Qaba?  


Marii Araaraatti Hirmaachuuf Akka Chicha Qaban Ka Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABUT Ibsan Hagam Hiree Milkaa’inaa Qaba?
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:25 0:00

Marii Araaraatti Hirmaachuuf Akka Chicha Qaban Ka Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABUT Ibsan Hagam Hiree Milkaa’inaa Qaba?

Wal-waraansa Itiyoophiyaa gama Kaabaatti humnoota Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay fi Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa gidduutti taasifamaa jiru keessatti yeroo garaa garaatti gareeleen lamaanuu lola qawwee dhaabanii waliin-dubbii karaa nagaatti hirmaachuuf fedhii akka qaban mata mataatti ibsa baasaniin beeksisaa turan.

Dhiheenya kanallee, Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay yokaan TPLF, haal duree tokko malee waraana dhaabuun marii araaraa Gamtaa Afrikaan hoogganamutti hirmaachuuf akka qophii tahe ibsee jira. Itiyoophiyaanis, har’a deemsa araaraa Gamtaa Afrikaan hooggamuu sanatti akkuman cichettan jira, jetti. Gama biraan immoo, wal-waraansi ammallee ggeggeessamu ittuma fufee jira. Kanaa fi dhimmoota kanatti hidhatan irratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu Finfinneerraa ogeessaa fi xinxalaa siyaasaa tokko dubbisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG