Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirnii Awwaalcha Mootittii Elizabeet Lammaffaa Har’a Gaggeeffame


Saanduqa reeffa Mootittii Elizabeet II, Bataskaana Qulqulluu Joorji jedhamu keessatti, Fulbaana 19, 2022
Saanduqa reeffa Mootittii Elizabeet II, Bataskaana Qulqulluu Joorji jedhamu keessatti, Fulbaana 19, 2022

Haala sirnaawaa ta’een bakka seena qabeessa ta’e Weest ministeer Abbey jedhamu keessatti kan gaggeeffamee yoo ta’u reeffii mootitti Robii dabree kaasee galma west minister keessa ka’amee uummanni kuma kurna hedduun hiriiruun kabajaa qabaniif ibsuun bira dabraa turan.

Prezidaant Joo Baaydin fi haadha warraa isaanii dabalatee, namoonni kabajamoon addunyaa gara Londoon ti imaluun sirna awwaalcha har’a irratti argaman.Namoonnii kuma lama caalaan afeeramanii jitran.

Prezidaantoonni mootummoota Itiyoophiyaa, Jorjiyaa fi Gaanaa Dilbata kaleessaa Londoon keessa kan jiru fi Laankaastar House jedhamutti argamuun gadda itti dhaga’amee galmee qohaa’ee irratti barreessuun mallatteessauun ibsanii jiru.

Prezidaantiin Itiyoophiyaa Saahle warq Zawdee, mootittiin dubartii jabduu hoggana sadarkaa guddaa irra turan ittiin jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG