Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Maraatoonii Berliin Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Injifatan  


Dorgommii Maraatoonii Berliin Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Injifatan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Dorgommii Maraatoonii Berliin Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Injifatan  

Dargommiin Maraatoonii Berliin marsaa 48ffaan kaleessa Fulbaana 25, bara 2002 geggeessamee jira. Dorgommii dhiirotaatiin ka rekordii addunyaa qabatee jiru atileetiin Keeniyaa Iliyuud Kipchoog kan injifate yoo tahu dubartootaan immoo atileetii Itiyoophiyaa Tigist Asaffaa tu injifate.

Forum

XS
SM
MD
LG