Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz Barattoota Bara Kana Simatee Barsiisuuf Karoorfate Keessaa Walakkaa Ol Akka Galmaa’iin Beeksise


Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz Barattoota Bara Kana Simatee Barsiisuuf Karoorfate Keessaa Walakkaa Ol Akka Galmaa’iin Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz Barattoota Bara Kana Simatee Barsiisuuf Karoorfate Keessaa Walakkaa Ol Akka Galmaa’iin Beeksise

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz, naannichatti bara 2015 kana keessa barattoota kuma 300 ol simatee barsiisuuf karoorsatus, hanga ammaatti barattoonni galmeessaman kuma 122 tahuu beeksise.

Hoogganaan Biiroo barnootaa Naannoo Benishaangul Gumuz, Obbo Biniyaam Mangashaa, rakkoo nageenyaa waggoota lamaan darban naannicha keessa tureen manneen barnootaa 287 manca’uu fi meeshaaleen barnootaa guutamuu dhabuu akkasumas, barattoonni qe’eesaaniirraa buqqaasaman qehee ofiitti deebi’uu dhabuu akka rakkoolee hangina barattootaa kanaaf gumaacheetti dubbatan

Forum

XS
SM
MD
LG