Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Awwaalchaa Maadingoo Afawarq Raaw’atameera


Madiingoo Afewerq
Madiingoo Afewerq

Sirnii Awwalachaa walisaa beekamaa Maadingoo Afewerq kamsa har’aa bakka mana amnntaa Ortodoksii Kaatedraalaa Qidist Sillaasee keessatti raawwatamee jiraa.

Xibxataa dheengaddaa ganma akkatasaa kan du’aan boqotee wallisaa Maadingoo Afewerqi reenfii isaa bakka awwaalchaa dhaquu isaatiin duraatti bakka waltajii hiryumaa ykn Freend shiip Skuuwer jedhamuutti namoonii dhibootaan laakawamanin akka geggesamee beekamee jira.

Sirnaa Awaalhaa isaa irratti maatiin, hiryoonni, dinqisiifattonni isaatiif haanga’onni mootumaa argamuu isaanii Eskindir Fireewu Finfinne irraa gabaasee jira.

Maadingoo Afewerq abba mucaa durbaa tokkoo yemuu ta’u, kan du’aan boqotee Umuurii isaa wagga 45ti akka ta’e beekameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG