Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Iboolaa Ugaandaa Keessaa


Prezidaantiin Yugaandaa Dhukkubni Iboolaa Biyyattii Keessatti Argame To’atamuu Dubbataniyyuu Ogeeyyiin Ammallee Yaaddoo Qaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:41 0:00

Prezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii

Addunyaa irratti dhukkubonni daddarbaa hin taane midhaa guddaa geesisaa akka jiran Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa gabaasee jira.Gama kaaniin, Dhukkubii Ibolaa Ugaandaa keessatti to’annaa jala oleera jedhu prezidaantiin biyyatti Yowerii Musevenii dubbatanii jiru. Waldaan ogeessoota fayyaa kan biyyatti garu yaaddoo akka qabu ibsa.

Forum

XS
SM
MD
LG