Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti-bu’insa Waxabajjii Keessa Gambeellaatti Ka’ee Booda Namoonni Nagaa 57 Ajjeefamuu Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Gabaase  


Walitti-bu’insa Waxabajjii Keessa Gambeellaatti Ka’ee Booda Namoonni Nagaa 57 Ajjeefamuu Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Gabaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Walitti-bu’insa Waxabajjii Keessa Gambeellaatti Ka’ee Booda Namoonni Nagaa 57 Ajjeefamuu Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Gabaase

Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Waxabajjii 7, bara 2014 Gambeellaa keessatti walittt-bu'insa ka'ee booda, namoonni nagaan yokaan siivilonni 57 ajjeesamuu, Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa qorannaa geggeesseen mirkaneessuu isaa beeksisee jira. Namoota nagaa shantamii toorban ajjeesaman keessaa shantamni humna addaa, poolisii fi milishaa mootummaa naannoo Gambeellaatiin, toorba immoo kan mootummaan “Shanee” ittiin jedhu, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo fi hidhattoota Adda Bilisummaa Gambeellaatiin ajjeesamuu ibse – Koomishinichi. Gabaasaa kana irratti aangawoota naannichaa fi ka federaalaa irraa deebii argachuuf carraaqqiin Sagaleen Ameerikaa taasise hin milkoofne. Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG