Adriana Zehbraa-uskas gaazexeessituu suuraa ti. Naannoo addunyaa kanneen mul’atan taateewwan ijoo keessatti namoota danqamanii fi waa’ee hojii namoomaa suuraalee agarsiisan kaasti.
Aaron Fedoor New York keessatti akkaataa isheen miira ofii ishee karaa dhugaa ta'een suuraa kaasuuf itti geggeeffamtuu fi barbaachisummaa naamusaa yeroo hojii hojjettu filattuu ilaalchisuun Adriyaanaa waliin dubbatee jira.
“Mana barnootaa gaazixeessummaan seene. Yeroo mara nama seenaa hjojetu ta’uun barbaadan ture. Dhuma irratti gaazixeessituu suraa kaastu ta’uu hin filanne. Gaazxixeessummaa dhuma suraatu ofii na filate fakkaata,” jette.
Forum