Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Diroonii Dhaan kaleessa Adii Da’iroo Irratti Geggeessameen 65 Du’anii 70 Ol Madaa’an Jedha Ibsi Humnoota Tigraay


Faayilii-Haleellaa Tigraay
Faayilii-Haleellaa Tigraay

Haleellaa diroonii mootummoonni Ertiraa fi Itiyoophiyaa, kaleessa Adii Da’irootti geggeessaniin, namoonni 65 du’anii, kanneen 70 ol tahan immoo madaa’an, jechuun waajirri dhimma alaa humnoota Tigiraay ibsa har’a baaseen himee jira.

Haleellaa Diroonii Addi Da’iroo irratti geggeessame – jechuun himate kanaaf mootummaa Itiyoophiyaa fi mootummaa Ertiraa irraa deebii argachuuf, carraaqqiin Sagaleen Ameerikaa taasise, haga ammaatti hin milkoofne. Lakkoobsa, humna Tigiraay irraa himame kanas, haga ammaatti qaama biraa hin mirkaneeffanne.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG