Xurree ittiin seenan

Breaking News

Riqiichi Yunivarsitii Hawaasaa Keessa Jiru Jigee Lubbuu Barataa Tokko Glaafatee Jira


FAAYILII - Yunivarsitii Hawaasaa, Hawaasaa Sadaasa 19, 2019
FAAYILII - Yunivarsitii Hawaasaa, Hawaasaa Sadaasa 19, 2019

Yuunivarsiitii Hawaasaa keessatti riqichi miillaan irra deeman jigee yoo xiqqaate barataan mana barumsaa sadarkaa lammaffaa tokko lubbuun isaa darbeera.

Godina Sidaamaa fi naannoo ollaa irraa barattoonni sadarkaa lammaffaa kumaatamaan lakkaa'aman Jimaata darbe irraa eegalee mooraa yunivarsitichaa keessa turuun Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhataa jiru.

Ministeera Ministirri Barnootaa Ityoophiyaa Piroofeesar Birhaanuu Neegaa ibsa har'a gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, barattoonni mada’an magaalaa Hawaasaatti wal'aansa fayyaa argachaa jiru.

Hogganaan Biiroo Nagaa fi Nageenyaa kan naannoo bulchiinsa Sidaamaa obbo Alemayehu Timotiyos barataan tokko du'uu mirkaneessaniiru.Riqichi mooraa guddichaa fi Mooraa Teeknooloojii jidduu jiru jigee Kanaan barattoonni lama gar- malee miidhamuu ibsan Gabra Mikaa’eel Gabra Medhin gabaasee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG