Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ugaandaa Keessatti Dhukkubii Ibolaa Hammaachaa Jira


Bakka namoonni Ibooladhan qabamman keessa tursiifaman, Ugaandaa, Fulbaana 29, 2022.
Bakka namoonni Ibooladhan qabamman keessa tursiifaman, Ugaandaa, Fulbaana 29, 2022.

Ugaandaa gama dhiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii Iboolaatiin du’anii dabalaa dhufuun, fi Kutaa gama bahaattis darba sodaa hammeessaa jira.

Aanga’oonnii fi dhaabbileen gargaarsaa vaayirasii lubbuu namaa galaafatu kana to’achuuf tattaaffii taasisaa akka jiran ibsamee jira. Hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 10 vaayrasii Ibolaan du’anii, 44 qabamuun isaan kan mirkanaa’ee yoo ta’u, 20 immo vaayrasichaan qabamuu maluu jechuun gabaafamee jira.

Koreen Baraarsaa Idil-addunyaa (IRC) Ministeera Fayyaa biyyatti waliin deebii barbaadamuu kennuu kan jalqabee ta’u fi keessumaa hojjettoota fayyaa toora duraa irra jiran weerara vaayirasichaa irratti hubannoo argachuun akkasumas weerarri yoo hammaateef jechuun qophii ta’anii cimsuunhojjetaa jiran.

Ugaandaa bira darbee biyyoota naannoo tti akka hin dabarrees sodaan jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG