Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Itiyoophiya fi Ertiraa Tigiraay Bakka Adda Addaa Irratti Haleellaa Itti Fufanii Jiran, Jedha Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay  

FAAYILII - Miseensa waraanaa Itoophiyaa naannoo Baadimmeetti, Waxabajjii 8, 2018
FAAYILII - Miseensa waraanaa Itoophiyaa naannoo Baadimmeetti, Waxabajjii 8, 2018

Addi Bilisummaa Uummata Tigiryaa yokaan TPLF, humnoonni mootummaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa qabiyyee isaa irratti haleellaa itti fufuu dubbachuun balaaleffatee jira.

Himannaa TPLF kana ilaalchisee, mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa fi mootummaa Ertiraa irraa haga ammaatti deebiin kenname hin jiru.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG