Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexeessaa Fiqiruu Kidaanee Du’aan Boqotan 


Gabaasaa oduu ispoortii Fiqiruu Kidaanee (suuraa fuula Feesbuukii Federatshiinii Atileetiksii Itoophiyaa irraa argame)
Gabaasaa oduu ispoortii Fiqiruu Kidaanee (suuraa fuula Feesbuukii Federatshiinii Atileetiksii Itoophiyaa irraa argame)

Gabaasaan oduu ispoortii Fiqiruu Kidaanee guyyaa kaleessaa biyyaa Firaans keessatti umurii isaanii waggaa 87ti adduunyaa kana irraa du’aan boqotanii jiru.

Fiqiruu kidaanaa waggaattan 50 ol gaazexeessaa spoortii ta’uu isaaniitiin qofa hoggansaa koonfeedereeshiinii kubba miilaa Afrikaa fi koree Olompiikii addunyaa keessaa nama tajaajilaaniidha.

Biyya keessatis barreessaa federeshiinii biskileetaa Itiyoophiyaa ta’uudhaan tajaajilaniiru. Waldaa gaazexessootaa Spoortii Itiyoophiyaa fi kan Afrikaa hundeesuudhaa fi hoggansaa kenuudhaan nama tajaajila kennaniidha.

Fiqiruu kidaanee yeroo tokko sagalee Amerikaatiif gabaasaa turan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG