Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boordiin Filannoo Godinaalee fi Aanaaleen Kibba Itiyoophiyaa Keessatti Referendemii Geggeessuuf Akka Jiru Beeksise


FAAYILII- Hojjattoonni buufata filannoo yeroo sagalee kenname walitti guuran, Finfinnee, Waxabajjii 21, 2021
FAAYILII- Hojjattoonni buufata filannoo yeroo sagalee kenname walitti guuran, Finfinnee, Waxabajjii 21, 2021

Boordiin filannoo biyyoolessaa Itiyoopohiyaa naannoo gama kibbaa Walaayittaa, Gaammoo, Gofaa, Oomoo kibbaa, koonsoo fi godinaalee Geedi’oo akkasumas Daraashee, Ammaaroo, Burjii, Aalee fi aanaalee addaa Baaskeettoo keessatti referendemii akka geggeessu beeksisee jira.

Manni maree federeeshinii Itiyoophiaa godinaalee fi aanaalee armaan olitti tuqaman naannoo tokko jalatti akka ijaaraman gaaffii dhiyaate kan simate waggaa kana baatii Onkoloolessaa irra ture. Booridichi referendemicha Guraandhala 5 bara 2023 kan geggeessu ta’uu beeksisee jira jechuu dhaan Gebremedin Gebremikaa’el gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG