Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daa’imman Tigraay Keessaa Yeroo Wal Waraansa Duraa Caalaa Dachaa Afrur Du’aaf Saxilamuun Gabaasame


FAAYILII - Haadha ijoollee ishii wajjin, naannoo Tigraay Adoolessa 11, 2021.
FAAYILII - Haadha ijoollee ishii wajjin, naannoo Tigraay Adoolessa 11, 2021.

Wal waraansi kaaba Itiyoophiyaatti geggeessame uummata miliyoona shan ta’ani irra hedduu isaanii irraa tajaajila wal’aansa fayyaa adda kutuu isaa dura kan ture dacha afur, daa’imman naannoo Tigraay dhalatanii baatii tokko keessatti du’aa jiru.

Sunis akka qorannaa ba’e kan yeroo walitti bu’iinsaa harmoolii fi daa’imman akkamiin rakkoof akka saaxilaman ilaalchisee geggeessame irratti hundaa’uu dhaani.

Wal waraansichi naannoo Tigraayiin erga dukkana keessatti dhiisee waggoonni lama kan darbe yoo ta’u, tajaajilaawwan bu’uuraa kan akka bilbilaa, Interneetii fi baankii adda cite jira. Qorattoonni tokkummaa mootummootaan deggeraman baatii darbe akka jedhanitti mootummaan Itiyoophiyaa beela akka meeshaa waraanaatti itti fayyadama.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG