Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shamarree Yugaandaa Faalama Qilleensaa Furuuf Hojjattu

Shamarree Yugaandaa Faalama Qilleensaa Furuuf Hojjattu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Shamarree Yugaandaa Faalama Qilleensaa Furuuf Hojjattu

Vaaneessaa Nakaatee actiivizimiin jijjiirama qilleensaa addunyaa irratti hojjattu sagalee dargaggoota bebeekkaman keessaa tokka taatee gara waltajjii addunyaatti akka baatu ishii godheera.

Ji'a darbe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti waltajjii guuddaa irratti dhihaachuuf oggaa qophooftu, Vanaasaan aktiivismiin kobaa isaa rakkoo faalama qilleensaa biyyoota addunyaa keessatti duraanuu namoota miliyoonaan lakkaa'amanif biyyoota irratti dhiibbaa geechisaa jiru furuu akka hin dandeenye addunyaan akka beekun barbaada jette.

Shamarren umuriin oggaa 25 tun af-gaafii yeroo san madda oduu asooshiyeetid presiif kenniten.

Forum

XS
SM
MD
LG