Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lolli Itiyoophiyaa Kaabaa Akka Itti Fufe Yeroo Gabaasamaa Jirutti Jilli Addaa Yunaayitid Isteetis Gara Gaanfa Afrikaatti Deebi’an  


Lolli Itiyoophiyaa Kaabaa Akka Itti Fufe Yeroo Gabaasamaa Jirutti Jilli Addaa Yunaayitid Isteetis Gara Gaanfa Afrikaatti Deebi’an 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:00 0:00

Lolli Itiyoophiyaa Kaabaa Akka Itti Fufe Yeroo Gabaasamaa Jirutti Jilli Addaa Yunaayitid Isteetis Gara Gaanfa Afrikaatti Deebi’an 

Gaanfa Afrikaatti jilli adda Yunaayitid Isteetis Maayik Hamer gara Gaanfa Afrikaatti deebi’uun har’a Finifinneetti har’a itti-aanaa muummaa ministaraa fi ministara dhimma alaa Itiyoophiyaa, Dammaqee Mekonnin wajjiin wal arguun dubbatanii jiran.

Lolli Itiyoophiyaa Kaabaa garuu har’allee akkuma itti fufetti jira. Dubbi-himaan TPLF, Getaachew Raddaa ibsa kaleessa Maqalee keessatti kennaniin, duula waraansaa humnoota Ertiraa fi Itiyoophiyaatiin, “guyyoota shantamaaf Tigiraay irratti geggeessame” jedhan humnoonni isaanii of irraa haleeluun, bakkawwan qabatanii jiran irraa ittisaa akka jiran dubbatan. Oduu biraatiin, mootummaan Itiyoophiyaa, “Ayerlaand gochaalee hamaa raaw’atu dhaabuu qabdi” jedhuun, Mootummaa Ayerlaanditti xalayaa barreessitee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG