Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-dhibdee Dhiheenya Uumameen Yunaayitid Isteetis Saawudii Arabiyaarraa Gurgurtaa Meeshaa Waraanaa Ugguruuf Hojjetaa Jirti      


Wal-dhibdee Dhiheenya Uumameen Yunaayitid Isteetis Saawudii Arabiyaarraa Gurgurtaa Meeshaa Waraanaa Ugguruuf Hojjetaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00

Wal-dhibdee Dhiheenya Uumameen Yunaayitid Isteetis Saawudii Arabiyaarraa Gurgurtaa Meeshaa Waraanaa Ugguruuf Hojjetaa Jirti

Torban darbe Saawudii Arabiyaa fi miseensonii gamtaa biyyoottan boba’aa Omishanii, kan OPEC oomisha boba’aa hir’isuudhaaf murtoo Raasaa fayyaduu danda’uu eega dabarsanii booda, miseensonii Mana-maree Yunaayitid Isteetis seeraa waliigaltee gurgurtaa meeshaa waraanaa Sa’ud Arabiyaa wajjin jiru ugguru baasuudhaaf hojjachaa jiru.

Prezidaant baayiden dhimmaa kana irratii kongireesii wajjin hojjachuudhaaf akka fedhii qaban masaraan Waayitii Haawus ibsee jiraa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG