Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dippiloomaatonni Addunyaa Akka Wal-waraansi Itiyoophiyaa Kaabaa Dhaabatee Mariin Araaraa Eegalamu Cimsanii Gaafatan  


Dippiloomaatonni Addunyaa Akka Wal-waraansi Itiyoophiyaa Kaabaa Dhaabatee Mariin Araaraa Eegalamu Cimsanii Gaafatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:21 0:00

Lolli hamaan geggeessamaa jiru sodaa namoomaa hammaataa adeeme waan uumeef jecha aangawoonni federaalaa Itiyoophiyaa fi mormituun isaanii naannoo kaabaa Tigraay dhukaasa dhaabuuf akka walii galan dippilomaatonni gaafachaa jiru.

Dura taa’aan Komishina Gamtaa Afrikaa Musaa Faaki Mahamat ibsa Dilbata kaleessaa lola kanailaalchisuun kennaniin yaaddoo guddaaqaban ibsuu dhaan, dhukaasichi haalduree tokko malee hatattamaan akka dhaabbatu fi tajaajilli gargaarsa namoomaa akka itti fufu gaafachuu isaanii Associated Press gabaaseera.

Tokkummaa Mootummootaa, Yunaayitid Isteetisii fi Gamtaa Awurooppaa dabalatee dippiloomaatonni idil-addunyaa waamicha wal-fakkaataa dhaiheessaa jiran. Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay fi Mootummaan Itiyoophiyaas gam agama isaaniin deebii kennanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG