Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummittiin Ministaraa Briteen Muudamanii Guyyota 45 Booda Taayitaa Gad-lakkisan


Faayilii-Liz Truss muummittiin ministaraa Biriteen Taayitaa Gad lakkisan
Faayilii-Liz Truss muummittiin ministaraa Biriteen Taayitaa Gad lakkisan

Muumee ministeeraa mootummaa Birtieen ta’uudhaan guyyaa 45 dura kan filatamaan Lizz Tiruus aangoo isaanii akka gadi lakkisan ibsanii jiruu. Lizaa Tiruus sababaa haangoo gadi lakkisuu isaanii ilaalchisee hasaa taasisaniin hoggaansaa isaan irraa eegamuu kennuu akka hin dandeenyye dubbatanii jiru. Akka gabaasaaleen jedhanitti imaamman diinagidee isaan qopheefatan gabaa tasgabeesuu hin dandeenyee. Paatriin isaan bakka buu’anii muummee ministeeraa ta’an amma jimaataa dhufuutti nama isaan bakka bu’u ni dhiheesaa jedhameeraa.

Liizaa Tiruus seenaa Muumeee ministeerummaa biyyaa Biriteen keessatti namaa yeroo gabaabaadhaaf mootummaa biyyatti hoggananiidha jedhameeraa. Erga baraa 2019 as Biritaaniyaan muumee ministeeraa Afuraffaa qabaachuudhaaf deemaa jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG