Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuzitti Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Waliigaltee Mallatteessuu Isaanii Dubbatan 

Benishaangul Gumuzitti Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Waliigaltee Mallatteessuu Isaanii Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Benishaangul Gumuzitti Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Waliigaltee Mallatteessuu Isaanii Dubbatan

Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuzii fi Riphxe Loltoota Warraaqsa Bilisummaa Uummata Gumuz (GUHDEN) jidduutti waliigalteen nagaa mallatteeffamuu mootummaan naannichaa fi gurmuun riphxe loltoota sun ibsanii jiran. Akka isaan jedhanitti waliigalteen kun pireezidaantii naannichaa fi Dura-aa'aa GUHDEN jidduutti kaleessa mallatteeffame.

Forum

XS
SM
MD
LG