Dhaabatii Biil and Meliindaa Geets faawundeeshiin jedhamu addunyaa irraa dhukkuuba poliyoo dhabamsisuuf kan ooluu Doolaara Biliyoona 1.2 kan kennu ta'u beeksise. Gama kaaniin dhibeen sammuu Afrikaa keessaa xiyyeeffannaa argachuu qaba jedha Jaarmayaan fayyaa addunyaa ykn WHOn. Mata dureelee lamaan kana irratti gabaasaalee Sagalee Ameerikaa qophaa’an, Jaallanneetu qindeessee dhiyeessa.
Waadaa Geets Faaundeeshinii fi Guyyaa Fayyaa Addunyaa
- VOA
Forum