Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaan Aduwaa To’annaa Mootummaa Jala Jirti:Hojjataa Gargaarsaa


Faayilii -ADWAA
Faayilii -ADWAA

Magaalaan Aduwaa To’annaa Mootummaa Jala Jirti:Hojjataa Gargaarsaa

Humnoonni Itiyoophiyaa fi Ertiraa magaalaa seena qabeettii Adwaa kan Tigraay keessaa to’achuu Hojjetaan gargaarsaa tokko ibsanii jiru.Hojjataan gargaarsaa kun dhaabata oduu Asoosheetid Preessiif Dilbata kaleessaa akka ibseetti, waraannii Ertraa fi Itiyoophiyaa sambata dabree kana Adwaa qabatan.Kunis waraanni Tigraay midhaa irra ga’een gadhisee eega ba’e booda.

Guyyoota darban kana keessa walduraa duubaan magaalota to’achuu waan itti fufaniif jecha hogganoonni Tigraay duubatti deebi’aa jiru.Mariin nagaa qaamota wal waraanaa jidduutti taasifamus eegama jira .

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG