Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sodaa Qabu Taanaan Akka Deebi'an Hin Dirqisiifaman:Labsii Ba'e

Sodaa Qabu Taanaan Akka Deebi'an Hin Dirqisiifaman:Labsii Ba'e
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:32 0:00

Sodaa Qabu Taanaan Akka Deebi'an Hin Dirqisiifaman:Labsii Ba'e

Sababaa Haala Nageenyaa Itiyoophiyaa keessaa waliin Wal qabatee lammiwwan Itiyoophiyaa Onkolooleessa 20 bara 2022 duraa Amerikaa keessa jiran Baatiilee 18’f akka Yunaayitid Isteetis keessa turan fi hojjechuu danda’an Yunaayitid Isteetis ehamtee jirti. Kana ilaalchisee Abukaatoo dhimma Immigreeshinii fi dhimmoota biroo kan ta'an Obbo Israa'eel Gobanaa Jaallanneen Minesootaa irraa haasoofsiifte jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG