Xurree ittiin seenan

Breaking News

Federeeshiniin Kaadhimamtoota ‘Atileetii Bara 2022’ Tahuuf Dorgoman Beeksisee jira

Federeeshiniin Kaadhimamtoota ‘Atileetii Bara 2022’ Tahuuf Dorgoman Beeksisee jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00

Federeeshiniin Kaadhimamtoota ‘Atileetii Bara 2022’ Tahuuf Dorgoman Beeksisee jira

Federeshiniin Atileetiksii Addunyaa maqaa Atileetotaa “Atileetii Adduunyaa bara 2022” ta’anii moo’udhaaf kaadhimamanii baasee jira. Atileetonni Itiyoophiyaa barana kaadhimamuudhaaf carraa hin arganne. Dhimma kana ilaalchisee ulaagaa filatamuu fi wa’ee atileetotaa Itiyoophiyaa Xiinxalaa Ispoortii dubbisnee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG