Mootummaan feederaalaa Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay waldhabiinsa isaan gidduu jiruu karaa nagaadhaan hiikuudhaaf Afrikaa kibbaa keessatti marii taa’aa jiru.
Mariin kun kan qophaa’ee Gamtaa Afrikaatiin tahuus biyyoottani fi jarmiyaaleen hawaasa adduunyaa dhimma kanatti cichanii hojjachaa jiru.
Dhimma marii araaraa kana ilaalchisee, Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaa Falaasamaa ka turanii fi amma as Yunaaiyitid Isteetis keessa ka jiraatan – hayyuu falaasama siyaasaa Dr. Alamaayyoo Birruu waliin marii deemsisnee jirra.
Forum