Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Mirga Namoomaa Eertraa Keessaa Hammaataa Adeemuu Gabaasaan Addaa Tokkummaa Mootummootaa Beeksisan


Hawaasni sadarkaa addunyaa lammiiwwan Eertraaf dhaabachuu ilaalchisee itti hin milkoofne jechuu dhaan tokkummaa mootummootaatti gabaasaan addaa dhimma mirga namaa Eertraa Mehammed Abdelselaam Babiker gabaasa isaanii Onkoloolessa 17 bara 2022 Tokkummaa Mootumootaaf dhiyeessaniin beeksisaniiru.

Gabaasaan Addaa kun namoota biroo waliin mari’achuu dhaan haalli mirga namoomaa Eertraa hammaataa dhufeeraa, akkasuma waraana Itoophiyaa keessa seenuun ishee hammaataa deeme jedhan

Akka miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa Tokkummaa mootummootaatti, biyyattiin waan irraa eegamu gochuu dhadabdeetti jedhan ogeessi dhimma mirga namaa kan Tokkummaa mootummootaa kun.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG