Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiilmiin 'The Woman King' Jedhamu Irra Jireessa Dubartootaan Hojjetame Dhiyeenya Agarsiisamuu Jalqabe


Fiilmiin 'The Woman King' Jedhamu Irra Jireessa Dubartootaan Hojjetame Dhiyeenya Agarsiisamuu Jalqabe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Fiilmiin 'The Woman King' Jedhamu Irra Jireessa Dubartootaan Hojjetame Dhiyeenya Agarsiisamuu Jalqabe

Fiilmiin “The Woman King jedhamu irra hedduu gurraachota dubartootaan kan hojjetame namoota hedduu dhaan faarfamaa kaan birattis qeeqamee jira. Fiilmii haaraan kun qalbii namoota hedduu hawateera.

Holiiwood ilaalcha namoota alaa irraan kan hafe Afriikaa ykn lammiiwwan Afriikaa hagas hin hirmaachisu. Fiilmiin “The Woman King” ykn dubartii mootittii jedhamu garuu akkas miti.

Fiilmichi jeneraal Naansiikaan kan hoogganamanii fi dubartoota dandeettii ajaa’ibaa qaban kan walitti fidan loltoonni Agojii jedhamanii diinota isaanii warreen Awrooppaa fi kanneen garboota gurguran ennaa ajjeesan mul’isa. Penelope Pa’uuluuttu gabaase Tujubetu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG