Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tajaajiilli Eleektrikaa Jalqabuuf Deema Jedhame


FAAYILII- Magalaa Maqalee, naannoo Tigraay, Amajjii 2, 2020
FAAYILII- Magalaa Maqalee, naannoo Tigraay, Amajjii 2, 2020

Bulchiinsa naannoleen Amaaraa fi Tigraay tokko tokko kan Raayyaan Ittisa Biyyaatiin to’ataman keessatti, humna elektirikaa argachuuf akka jiran waajirri human Eleektrikaa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Suphaan sarara humna olaanaa dabarsan kan Woldiyaa hanaga -Alamaaxaa gidduu miidhamee ture hojiin suphuu xumuramuu ibseera.

Mootummaan naannolee naannoo Tigraay fi Amaaraa humnoota wayyaaneen to’atamaa turan keessattis tajaajiloota bu’uuraa biroo deebisee eegaluuf qophii taasifamaa ture beeksisaa tureera. Ameerikaa, Gamtaan Awurooppaa fi michoonni idil-addunyaa biroo mootummaan Ityoophiyaa Tigraay keessatti tajaajila barbaachisaa ta’e akka eegalu dhaamaa turaniiru.

Bulchiinsa naannoo Tigraay fi Amaaraa kan humnoota TPLFn to’atamaa turan keessattis tajaajiloota bu’uuraa kannen biroo deebisee eegaluuf qophii taasifamaa ture beeksisaa tureera.

Ameerikaa, Gamtaan Awurooppaa fi michoonni addunyaa biro, mootummaan Ityoophiyaa Tigraay keessatti tajaajila barbaachisaa ta’e akka eegalu gaafataa turaniiru.

Tokku

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG