Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giddu Seensii Alaa Dhaabchuu Qaba: Hiriirtoota Sudaan


Giddu Seensii Alaa Dhaabchuu Qaba: Hiriirtoota Sudaan
Giddu Seensii Alaa Dhaabchuu Qaba: Hiriirtoota Sudaan

Mormitoonni gara 3,000 ta’an Sambata darbe Kaartuum keessatti hiriiruun tattaaffii gidduu seenummaa Tokkummaa Mootummootaa hoggantoota siiviilii fi waraanaa gidduutti taasisaa jiru mormanii jiru.

Kanas gidduu seenummaa biyya alaa'' jechuun fudhatama dhabsisuun Sudaan keessatti bulchiinsa Islaamummaa gaafatan.

Bara 2019tti abbaa irree yeroo dheeraaf kan turan Omar al-Bashir aangoo irraa kaafamee booda gara bulchiinsa siiviiliitti ce’umsa ta’u kan dadhabaa ture sana, Fonqolchi waraanaa bara darbe hogganaa waraanaa Abdel Fattah al-Burhaniin durfamu karaa irraa maqseera.

Ji’oota 12f mormiin farra fonqolcha mootummaa torbanitti dhihaatu humnaan kan fudhatame yoo ta’u, sochiin Dhaabbata tokkummaan Mootummoota fi qooda fudhattoonni addunyaa biroo mootummaa waraanaa Sudaan fi hoggantoota siiviilii maritti fiduuf yaaiin taasisan dhaabatee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG