Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Mootummaa Itiyoophiyaa  Finfinneetti Qabeenyaa Abboottan Manneen Warqee Qabatan, Jedhame  

Mana Warqii, Finfinnee
Mana Warqii, Finfinnee

Wixata dheengadda akka lakoofsaa Itiyoopiyaatti Onkoloolessa 21 bara 2015 namoonii Uffata siviilotaa uffatan Magaalaa Finfinnee naannoo Piyaasaa fi Markaatoo keessatti kan argaamaan manoottan wareqiin itti gurguraman keessaa seenuudhaan warqeewaan akka fudhtanii deeman namoottan nageenyaa isaaniitif jechaa eenyummaa isaanii himuu hin barbaanne Sagalee Amerikaatti himaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG