Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigalteen Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABUT Gidduutti Mallatteessame Ka Duraaniirra Caalaa Abdii Uumee Jira, Jedhu Xiinxaltoonni

Waliigalteen Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABUT Gidduutti Mallatteessame Ka Duraaniirra Caalaa Abdii Uumee Jira, Jedhu Xiinxaltoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00

Waliigalteen Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABUT Gidduutti Mallatteessame Ka Duraaniirra Caalaa Abdii Uumee Jira, Jedhu Xiinxaltoonni

Wal-waraansa mootummaa Itiyoophiyaa fi humnoota Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti waggoota lamaaf geggeessamee booda, araarri kaleessa Afrikaa Kibbaa, Pritooriyaa keessatti mallatteessame, akka xiinxaltoonni jedhanitti, waraansa lubbuu namoota kuma dhibba hedduu galaafatee fi miliyoonota manaa fi qehee ofii irraa buqqaase sana xumura itti godha abdii jedhu tu jira.

Forum

XS
SM
MD
LG