Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariiin Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Naayiroobiitti Guyyaa Lammataaf Itti Fufee Oole  


Mariiin Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Naayiroobiitti Guyyaa Lammataaf Itti Fufee Oole  
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:48 0:00

Mariiin Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay Naayiroobiitti Guyyaa Lammataaf Itti Fufee Oole  

Ajajoonni waraanaa gameeyyiin ka mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay marii isaanii, guyyaa lammaffaaf Naayiroobii keessatti itti fufanii jiran. Gamtaan Afrikaa akka jedhetti walga’ii kana irratti ulaagaaleen ittiin Tigiraay keessatti waraansi dhaabatu, gargaarsi namoomaa gargaaramtoota qaqqabuu fi tajaajilawwan jalqabaman lafa kaa’amuuf jiran. Hoogganaan ajajoota raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa fi ajajaan waraana Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay, Jeneraal Taaddesee Werredee hoogganoota gam-lameenii maricha irratti argaman keessa jiraachuun beekamee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG