Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walga’iin Mootummaa Itiyoiophiyaa fi ABUT Naayiroobii Keessatti Geggeessamaa Jiru Har’a Yokaan Boor Xumurama, Jedhame  

Waliigaltee nagahaa mallatteefame booda suuraa ka'ame, Pritooriyaa, Afrikaa Kibbaa, Sadaasa 2, 2022
Waliigaltee nagahaa mallatteefame booda suuraa ka'ame, Pritooriyaa, Afrikaa Kibbaa, Sadaasa 2, 2022

Walgahiin Qondaaltota waraanaa mootummaa Itiyoophiya fi hoggantoota waraana ABUT gidduutti magaalaa Naayiroobii keessatti taasifamaa jiruu har’a ykn guyyaa borii akka xumuramuu dubbi himaan ministeeraa dhimmaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasadar Meles Alem ibsaa gaazexesootaaf keenaanni himuu isaanii Kenedii Abaatee gabaasera.

Waligalteen marichaa dhukaasaa dhaabuu , gargaarsa namoomaa itti fufuudhaaf tajaajilawwan bu’uraa deebisaanii dirirrisuudhaaf akka murteesaa ta’e gamtaan Afrikaa kan ibsee yemuu ta’u, dubbi himaan minsteeraa dhimmaa alaa US Niid Praayis gama isaatiin, waligaltee irra gahame hojii irra oolchuun murteessaa akka ta’e ibsuu isaanii gabaasii kun eereera.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG