Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Somaaliyaa Imaltuu Ertraa Keessaa Xumuranii Jiru


Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Maahmuud daawwannaa Ertiraa keessatti gaggeessan
Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Maahmuud daawwannaa Ertiraa keessatti gaggeessan

Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Maahmuud daawwannaa hojii guyyoota afuriif Ertiraa keessatti gaggeessan Dilbata darbe xumuranii jiru.

Prezidaant Maahmuud erga waajjira prezidaantummaa qabatanii as daawwannaa isaanii isa lammaffaa Ertraa keessatti gaggeessan kanaan, leenjifamtoota humna qilleensaa Somaaliyaa Ertraa keessatti leenji’an daawwachuun kan wal argan yoo ta’u humna galaanaa fi kutaalee makaanaayizid jedhaman kan loltoonni Somaalee leenjii itti fudhachaa jiran daawwatanii jiru.

Guyyaan loltoonni Somaalee leenjii isaanii xumuran baatii Adooleessa keessa isa jedhamee ilaalchisee waan dubbatamee hin jiru jedha Berhane Berhe Asmaraa irraa galmeessee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG