Pirezidaantiin duraanii Doonaald Tiraamp Kibxata kaleessaa paartiin isaanii paartiin ripaablikaanotaa filannoo walakkeessa marsaatti hanga eegame argachuu erga dhabee booda filannoo prezidaantummaa kan bara 2024f akka dorgoman murteessuu isaanii beeksisan.
Garuu akka miseensa paartichaa nama dulloomaa ta’etti, yeroo ammaa akka isa bara 2016 jeequmsi uumamee utuu hin taane hambaa hojii isaanii ol kaayyachuu fi bulchiinsa Traamp lammataaf karoora guddaa akka qaban dubbatan.
Forum