Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dho’iinsi Daangaa Poolaandii fi Yukireen Irra Dhaga’ame


Yon polisye kanpe nan yon pos polis tou pre zon kote te gen yon eksplozyon nan Prezewodow, Poloy, Mekredi 16 Nov. 2022.
Yon polisye kanpe nan yon pos polis tou pre zon kote te gen yon eksplozyon nan Prezewodow, Poloy, Mekredi 16 Nov. 2022.

Hoggantoonni NATO fi gareen torbaa walgahii hatattamaa Kibxata ganama geggeessan irratti dho’iinsa baha Poolaanditti dhaqqabe kan Warsawn misaa’ela Raashiyaa keessatti hojjjetamuu mala jedhe waraana Raashiyaan Yukireen irratti geggeessitu hammeessuu mala jedhee jira.

Qorannoo dho’iinsa ganda fagoo baadiyyaa Poolaandi naannoo daangaa Yukireen irratti mudate Poolaand akka qorattu walii gallee jirra jechuun Pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden walgahii booda gaazexeessitootatti himaniiru. Ani immoo waan ta’e sirriitti adda baasuu keenya nan mirkaneeffadha jedhan.

Wal ga’ii ariifachiisaa ariitiin qophaa’een, Pirezidaantiin Joo Baayiden dho’iinsa kana hordofuun hoggantoota Kanaadaa, Komishina Awurooppaa, Mana Maree Awurooppaa, Faransaay, Jarman, Xaaliyaanii, Jaappaan, Nezerlaand, Ispeen, Yunaayitid Kingidam walitti qabuun mariisisaniiru

Baayiden yeroo kanatti misaa'elli kun Raashiyaa irraa dhukaafame ta'uu dhiisuu mala jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG