Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aangawoonni Yunaayitid Isteetis Waa’ee Misaa’eloota Raashiyaa Daangaa Pooland Keessatti Adda Baafachuuf Pooland Waliin Hojjetaa Jirra Jedhu 

Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Joo Baayiden walgahii G7 irratti hirmaachuf yeroo Baalii turan, Sadaasa 16, 2022
Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Joo Baayiden walgahii G7 irratti hirmaachuf yeroo Baalii turan, Sadaasa 16, 2022

Aanga’oonii Pentaagoonii fi ka Ministeera dhimma alaa Yunaayitid Isteets, misaa’eloonni Raashaa lamaa daangaa biyyaa miseensa NATO taate Poolandiin keesaatti dhukaasamanii namoonni lama du’uu ilaalchisee waan gabaasamaa jiru akka quba qaban ibsanii, gabaasaalee sana mirkaneeffachuudhaaf mootummaa Poopland waliin hojjachaa akka jiran dubbatan.

Forum

XS
SM
MD
LG